Hibboo
Hibboo – Hibbakaa: “Loon hin qabduu ni elmiti”: Amma taphadhu. Taphni hibboo ‘riddle’ Ingilishii waliin wal fakkaata. Tapha aadaa Oromoo keessatti baay’ee jaallatamaa ta’ee dha.
Hibboo – Hibbakaa: “Loon hin qabduu ni elmiti”: Amma taphadhu. Taphni hibboo ‘riddle’ Ingilishii waliin wal fakkaata. Tapha aadaa Oromoo keessatti baay’ee jaallatamaa ta’ee dha.
Isa yaada qabu,
karaa itti dheeressa,
Warra karaan tufii,
yaadatu isaan dheessa;
Abbaa umurii dhibbaaf,
hiikaan jiruu hin galtuu,
Kan waan guddaaf eegan,
umurii isaatu yartuu;
Wal Diddaa Suuraan kan Thomas Wolter – Pixabay Irraa Gaafa daboo ijaarsaa, guungumaa, Warraaqsa diigamsaaf, wargamaa; dabsuunii cabsuutti, birmannaa gammadaa, qajeelchuu fi suphuutti, tumsarraan baqadha. Gudunfii gaafannaan muddaan itti cimsaa, isan harkaan hidhetu ilkaan nattii cabsa; arrabsoo fi tuffiidhaaf harrabni akka hiddaa, jajuu himi jennaan dubbachuu iyyuu dida. Afeerraa bittimsuuf, dhidhimnuu naaf asii, Gaara iyyuu nan yaaba dhimmamee gaafasi; Kunuunsi immoo jennaan ooyiruu manduubee, Innuu nattii hiiqee, dhaquusaan dadhabe. Cabsuutti inni colleen, suphuutti inni cookkoo, Kan naaf hin qabamne, gortuun namummaa koo; Nuffuuf humna hin dhabuu, eeguutu itti cime, Diigee balleessuutti tokkumaan dhidhime. Kunoo naafuu gaaffii, wal-diddaa hin hiikamnee, Kiyyoo fuggifamaa, hibboo deebii hin qabne; Uumama kootii moo kana natu fidee? Waan mishaa filachuu, sammuun maaliif didee? Beeksisa Join Binance
Suuraa Abbaa – Daa’ima Waliin Suuraan kan Josh Willink: Pexels irraa kan fudhatame Buufadhu
Suuraa Abbaa – Daa’ima Waliin Read More »
Suuraa Namaa – Dhalaa Suuraa Namaa Pexels irraa Buufadhu
Suuraa Namaa – Dubara Read More »
Suuraa Namaa – Dhiira Suuraa Namaa Pexels irraa Buufadhu
Suuraa Namaa – Dhiira Read More »