HibbooHibboo Hibboo Tapha hibboo kana irratti yoo injifatte (100 keessaa 50 ol yoo argatte) ni eebbifamta. Yoo qabxii gadaanaa aragtte garuu fulluqqeetu sirraa kaafama - dhiifama guddaa. Karaan gibee naannoo naannoo. Arraba hin qabu daaraa fi awwaara harraaba. Hamma majii geessii biyya waliin geessi. Ana hoo ni waamanii, siin maaltu waamee? Abbaan bokkuu marmaratee rafe. Fannisan fannoo hin qabduu teessisan teesso hin qabdu. Sabbata hayyoo maree mareen dadhabe. Warri gama sana hanxaxiidhaan balbala cufatu. Bixxilleen lamaan gaaratti hirkatte. Afur taatee boolla tokkotti fincoofti. Time's up
@Haajamee kun hojjii ajaa’ibaati! Jabaadhaa…!
Baay’ee galatoomi Lola!